Murtii Haarawaa Dhaddacha Ijibbaataa MMWF
Dhaddachi Ijibbaataa MMWF galmee lakk. 230493 ta’e irratti dhaddacha gaafa Onk. 2/2016 ooleen
Dhaddachi Ijibbaataa MMWF galmee lakk. 230493 ta’e irratti dhaddacha gaafa Onk. 2/2016 ooleen
Seerri Daldaalaa haaraan Itoophiyaan baafatte, labsii lakk. 1234/2013 waantota haaraa heddu qabatee kan dhufee dha.
Labsiin Bulchiinsaa fi Itti Fayyadama Lafa Baadiyyaa Oromiyaahaaraan (Labsii Lakk. 248/2015) yaadamoota haaraa fi fooyyee qaban qabatee dhufee jira.
Mirgoota namoomaa uumama isaanitiin dhala namaa maraaf uumamaan kennaman keessaa tokko mirga walabummaati. Mirgi bal’aa yoo ta’u seeraan ala to’atamuu dhabuu kan dabalatuu dha.
Mana Lafa Duwwaa Bittaan Argame Irratti Ijaaramee fi Bu’aa Seeraa Hordofsiisuu
Jijjiiramoota Seerri Daldaalaa haaraan biyyattii (labsii lakk. 1243/2013) qabatee dhufe keessaa tokko dhaabbata dhuunfaa itti gaafatamummaan isaa murtaa’e abbaa miseensa tokkoo (one person company) jedhamuuf beekamtii kennuudha.