Showing 15 Result(s)

A New Era for Ethiopia’s Foreign Exchange Market: Key Takeaways from the National Bank of Ethiopia’s Latest Directive

In a significant shift for Ethiopia’s monetary policy, the National Bank of Ethiopia (NBE) recently unveiled a new directive aimed at transforming the country’s foreign exchange market. As of July 2024, the NBE no longer sets official exchange rates; instead, rates will be determined by market forces based on negotiations between banks and their clients. …

Understanding Ethiopia’s New Banking Policy: A Step Towards Financial Inclusivity

Ethiopia’s banking sector is undergoing a significant transformation with the introduction of new banking policies aimed at fostering financial inclusivity and stability. These reforms reflect the government’s commitment to modernizing the financial system, ensuring broader access to banking services, and supporting economic growth. Here’s a closer look at the key elements of Ethiopia’s new banking …

Ulaagaalee Waliigalteen Kennaa Qabeenya Hin Sochoone Irratti Taasifamu Guutuu Qabu

Waliigalteen kamuu fudhatamummaa goonfatee raawwachiifamuu kan danda’u ulaagaalee seerri gaafatu guutuun yoo raawwatamee dha. Kutaa waliigaltee waliigalaa (kitaaba 4ffaa Seera Hariiroo Hawaasaa) keessatti ulaagaaleen waliigaltee tokko seera qabeessa taasisuu danda’u jedhaman tumamaniiru. Waliigalteen qabeenya hin sochoone ilaalchisee taasifamu immoo barreeffamaan ta’uu akka qabuu fi qaama waliigaltee galmeessuuf aangoo qabu ykn Mana Murtii biratti galmaa’uu kan …

Qabiyyee Faayidaa Uummataaf Gadhisiisuu vs Aangoo MMA

Faayidaa uummataatiif lafa gadi lakkisiisuun wal qabatee qaamni mootummaa adeemsa seeraa osoo hin hordofin qabiyyee nama mirga abbaa qabiyyummaa qabu irraa yoo fudhate Manni Murtii Aanaa dhimma akkasii ofitti fuudhee keessummeessuuf aangoo hundee dubbii ni qaba jechuun Dhaddachi Ijjibbataa MMWF galmee lakk. 235209 ta’e irratti dhaddacha Onkoloolessa 07 bara 2016 ooleen murteesseera. Guduunfaa kana irra …

Murtii Haarawaa MMWO

Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa galmee lakk. 437085 ta’e irratti dhaddacha gaafa 02/04/2016 ooleen sirna gaaffiin mirga wabii yakka shororkeessummaa itti keessummaa’uu qabu ilaalchisee murtii tokko kenneera. Haaluma kanaan namni yakka shorkeessummaan shakkamuun to’atame gaaffii mirga wabii mana murtii sadarkaa kamittuu dhiyeeffachuu kan danda’u ta’uu akkasumas Manneen Murtii Aanaa fi Manneen Murtii Ol’aanaa dhimma …